@AbiyAhmedAli | 1,439,679 followers
Boqochuu Doktara kabajaa Artisti Alii Birraan Gadda keessookoo ibsaa;- Maatii, Hiriyootaafi dinqisiifattootasaa guutuu Adunyaarra jiraniifis jajjabinan hawwa.

Tweet Engagement Stats

Stats are based upon replies and quotes of this tweet

Engagement Map

Quotes
Replies
Retweets
Trendsmap

Replies and Quotes

Total of 63 replies and 5 quotes found
 
In reply to @AbiyAhmedAli
''ሃጫሉ ሞቶ ቄሮ ብዙ ሰው ባይገድል ነው የሚገርመኝ።'' አሊ ቢራ/team fool Nonetheless, I'd like to say RIP.
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Abbaa keenya Abbaa dhaloota qubee artist Ali mohammed mussaa isaa du.ee maalee seenan isaa hin duune waan ta.eef nagan boqodhuu jennaan
 
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
So what? Young children are drying every day in the Oromiya region. So I don't give a F about Ali.
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Dr.kabajaa Artist Alii Birraa bara afaan Oromoo afaan arti miti afaan waliigaltee ta'uuf rakkisaa ta'e keessatti cichoominaan hojjechuun afaan Oromoo afaan art taasisuun beekamtii guddaa qaba. Artist Alii Birraa barabaraan yaadatama. Rest in peace.
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Dr ni boqatee moo Dr Artist Aliin?
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Yena jegna huluni befeker mastemarehini wetatama mehonuni negerachew💞💞💞💞💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼🙏🙏🙏🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹Berta GOD BLESSED YOU ♥️♥️♥️🇪🇹🇪🇹🇪🇹🙏🙏🙏
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
ilahay janatu fardowsa Haku casuumo.azmiin
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Waaqayyo matiif,firoota,hiriyyootaa akkasumas dinqisiifattoota Isaaf jajjabina has kennu jechaa,hojii cimaa inni jalqabe dhaloota itti fufsiisu waaqni nu haa taasisu.
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
 
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
No one like him. Rest in peace
 
Rest in peace Ali Birra. Biyeen isaa alaftufii
 
 
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Rabbiin jannatan haa qananisuu
 
In reply to @AbiyAhmedAli
RIP Rabbiin Isaanitti Yaa Araaramuuf!
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Nagaan boqodhuu gammeessa kenya!
 
In reply to @AbiyAhmedAli
ኦሮሞነቱና ኢትዮጵያዊነቱ ያልተምታቱበት ለብዙዎች ት/ት የሚሆን ታላቅ የሰላም እና የጥበብ ሰው ክቡር ዶ/ር አሊ ቢራ ነፍስህ በሰላም ትረፍ🙏
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Baayee nama Gadisiisa Lubbuu Janata
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Inni hin duune hojiin isaa dhaloota bara baratti dabarse jira
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Hojiin isaa yoomuu onnee keenya keessatti ni yaadatama😭😭
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Rabbiin ramaata hagodhuufii
 
 
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Oromo ilmaan Ali Birra Ajjeesaa oolta du'a Alii Birraa immoo nii gadditaa? What amazing, sirratti barameera
 
In reply to @AbiyAhmedAli
ይህችን ቀን ማየቱ ተመስገን ነው ለኦሮሞ ህዝብና ለማንቱ ታግሎዋል አሊ ቢራ ይችን ቀን ሳያዩ ብዙዎቹ አልፈዋል ነብሱን በገነት ያኑረው
 
In reply to @AbiyAhmedAli
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
አቢይ ጀግነችን አላህ ይጠብቅህ
 
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Boqochuu Doktara kabajaa Artisti Alii Birraan Gadda keessookoo ibsaa;- Maatii, Hiriyootaafi dinqisiifattootasaa guutuu Adunyaarra jiraniifis jajjabinan hawwa.
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Allah nabsun be jenet yanuro 🙏❤❤❤😭
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Shanee magaalaa Naqamtee keessa jiru balleessaa dura. Uummata saamaa jiru rabbii jedhaatii!
 
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Bollaa isaanittii dadhi haa gutuu 😪😪😪😪😪
 
 
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
ABBAA TOKKUMMAA biyyaa nagayaan boqadhu
 
 
 
 
May his soul rest in peace
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
Our legendary father, we miss you forever. Rabbi adduynaa sanirratti boqonaa siif yaa tolchu.
 
In reply to @AbiyAhmedAli
"Dinqisiifatoota isaa" kan jedhuu haa sirreefamu.
 
 
In reply to @AbiyAhmedAli
rabbi isaanii haa araaramu
 
In reply to @AbiyAhmedAli
ለኢትዮጵያ አንድነት ፣ ለፍቅር ፣ ለሕዝቦች አንድነት በዘፈኑ ያስተማሩት፣ የሰበኩን አባታችን አቶ አልቢራ ከዚህ አለም በሞት መለየት በተለይ በዚህ ጊዜ እንደ እሳቸዉ ያለ ዘረኝነትን የሚቃወሙ እግዚያብሄር ነፍሳቸዉን ይማር።
 
In reply to @AbiyAhmedAli
ውይ አሊቢራዬ ፈጣሪ በቅፉ ያኑርህ መቸም የማትረሳ የኢትዮጰያ እንቁ ለመላው ቤተሰቡ ኢትዮጰያዊ በሙሉ መፅናናት ይሁን 😢
 
Over 3 replies and quotes not shown

Retweeters

884 retweeters not shown
For access to this functionality a Trendsmap Explore subscription is required.

A Trendsmap Explore subscription provides full access to all available timeframes

Find out more

Thanks for trying our Trendsmap Pro demo.

For continued access, and to utliise the full functionality available, you'll need to subscribe to a Trendsmap Pro subscription.

Find out more

This account is already logged in to Trendsmap.
Your subscription allows access for one user. If you require access for more users, you can create additional subscriptions.
Please Contact us if you are interested in discussing discounts for 3+ users for your organisation, or have any other queries.